Subscribe To Our YouTube Channel

Recent posts

Show more
Sirna Uumamaa | Kutaa 1ffaa

Sirna Uumamaa Kutaa 1ffaa Seensa  Waaqayyoo osoo lafaa fi samii hin uumiin dura akkuma hardhaatti tokkummaan isaa osoo sadummaa isaa hin dhuunfatin, Sadummaan isaa osoo tokkummaa isaa gargar hin baasiin tokkummaa fi s…

«Ta'aanii Kan Fannisan» | Seenessa Aja'ibaa Kurdoota Iraaq

«Ta'aanii kan fannisan!» Kurdoonni Iraaq akkasitti seenessu Har'a ammoo seenessa ajaa'ibaa barumsa irraa argattan fi isin bashannansiisu isiniif qabannee dhiyaanneerra dubbisaa! Seenessa Warra Iraaq Intala…

Seenaa Taphataa Urjii Addunyaa keenyaa Liyooneel Meesii

Liyooneel Meesii Liyooneel Meesiin yoomii fi eessatti dhalate? Liyooneel Meesiin Baatii Waxabajjii ykn June 24 bara 1987 A.L.A tti biyya Arjentiinaa Roozaariyoo keessatti dhalate. Abbaa fi haadha isaatiif mucaa sadaffaa kan ta…

Seenaa Kiristiyaanoo Roonaaldoo

Kiristiyaanoo Roonaaldoo Qophii keenya Ispoortii guyyaa har'aatiin waa'ee taphataa urjii Addunyaa keenyaa, akkasumas Baalaandoorii yeroo Shan kan injifate, goolii hedduu lakkoofsisuun Addunyaa irraa gita kan hin qabne Kil…

Araarsummaa Qulqullootaa | Kutaa 2ffaa : Araarsummaa Qulqullootaa yeroo Fooniin Addunyaa kana irra jiran

Araarsummaa Qulqullootaa Kutaa 2ffaa Seensa :- maatiiwwan Waaqayyoo ijoolleen haadha keenya Qulqulleettii Dubroo Maariyaam nagaa Waaqayyootiin akkam jirtu? Ameen maqaan Waaqayyoo kan galatoome haa ta'u! egaa koorsii Araarsumm…

«Kophaa Kee miti!» Aadaa Sirna Fuudhaaf fi Heerumaa Ajaa'ibaa Uummata Kibba Baha Ameerikaa

«Kophaa kee miti!» Aadaa Ajaa'ibaa Uummata Kibba Baha Ameerikaatti Argamanii Sabni ykn Gosni Cheerooqee jedhaman Kibba Baha Ameerikaatti jiraachaa kan turan uummata Ameerikaa duriiti. Dargaggoonni Cheerooqee fuudh…

Tsiyoon Maariyaam, Akkaataa dhufaatii Taabota Tsiyoon fi Kabaja Ayyaana Yaadannoo Tsiyoon

Tsiyoon Maariyaam Akka Mana Kiristaanaa keenya Qulqulleettii Ortodoksii Tawaahidoo Itoophiyaatti waggaa waggaadhaan Sadaasa gaafa guyyaa 21 ayyaanni guddaan kabajamu jira kunis «Tsiyoon Maariyaam» jedhamuun kan waamamudha. Guyyaa…

Itoophiyaa Keessatti Intarneetii Akkamitti bilisaan Fayyadamuu Dandeenya? Kaardii osoo hin guutiin?

Intarneetii Kaardii osoo hin guutiin bilisaan fayyadamuu Itoophiyaa Keessatti Qarshii Zeeroodhaan akkamitti Intarneetii fayyadamuu dandeenya? Egaa yeroo ammaa kanatti Intarneetii fayyadamuuf wantoota rakkisan keessaa…

Baay'ina Uummataatiin Biyyoota Xixiqqoo Addunyaa keenyaa 10 Bara 2023 tti

Biyyoota Xixiqqoo Addunyaa Bara 2023tti Baay'ina Uummataatiin Baay'ina Uummataatiin Biyyoonni Xixiqqoon Addunyaa keenyaa 10 eenyu fa'i? Karaa Channel Telegram Qubee Media kan dhiyaate. Bara 2023tti baay'ina uumma…

Load More That is All