Subscribe To Our YouTube Channel

Showing posts with the label EthiopiaShow all
Qabxii Seensa Leenjii Dhaabbilee Teeknikaa fi Ogummaa Bara 2017 | Ministeera Barnootaa

Qabxiin Seensa Teeknikaa fi Ogummaa kan bara 2017 ifoomeera Barattoota Saayinsii Uumamaatiif qabxii seensaa Leenjii Sadarkaa 1 fi 2 ▪️ Dhiirotaaf naannolee horsiisee bulaa fi naannoolee guddachaa jiran osoo hin dabala…

Ayyaana Bara Haaraa Itoophiyaa | Qulqulluu Yohaannis

Ayyaana Bara Haaraa Inquxaaxaashii Fulbaanni tokko waggaa waggaadhaan naanna'ee yemmuu ga'u maqaa baay'eetu itti kennama. Akka fakkeenyaatti, Fulbaanni tokko :- Inquxaaxash, Bara Haaraa, Qulqulluu Yohaannis jedhamuudh…

Waraana Adawaa keessatti gahee Mana Kiristaanaa Ortodoksii Tawaahidoo Itoophiyaa «Itoophiyaanonni Amantaa isaanii fi Bilisummaa isaaniitiif inaafoo dha!»

Waraana Adawaa keessatti gahee Mana Kiristaanaa Ortodoksii Tawaahidoo Itoophiyaa Kutaa 1ffaa «Itoophiyaanonni Amantaa isaanii fi Bilisummaa isaaniitiif inaafoo dha!» Waraanni Adawaa eegalamuu ykn jalqabamuu isaa wagga…

Akkaataa Lakkaawwii Baraa Akka Mana Kiristaanaa Ortodoksii Tawaahidoo Itoophiyaatti | Kutaa 3ffaa

Akkaataa Lakkaawwii Baraa Akka Mana Kiristaanaa Ortodoksii Tawaahidoo Itoophiyaatti Kutaa 3ffaa Seensa :- Kabajamtoota maatiiwwan Waaqayyoo ijoollee haadha keenya Qulqulleettii Dubroo Maariyaam nagaa Waaqayyootiin akkam jirtuu? A…

Akkaataa Lakkaawwii Baraa Akka Mana Kiristaanaa Ortodoksii Tawaahidoo Itoophiyaatti | Kutaa 2ffaa

Akkaataa Lakkaawwii Baraa Akka Mana Kiristaanaa Ortodoksii Tawaahidoo Itoophiyaatti Kutaa 2ffaa Seensa :- Kabajamtoota maatiiwwan Waaqayyoo, ijoollee haadha keenya Qulqulleettii Dubroo Maariyaam iddoo jiranitti nageenyi Waaqayyoo…

Akkaataa Lakkaawwii Baraa Akka Mana Kiristaanaa Ortodoksii Tawaahidoo Itoophiyaatti | Kutaa 1ffaa

Akkaataa Lakkaawwii Baraa Akka Mana Kiristaanaa Ortodoksii Tawaahidoo Itoophiyaatti Kutaa 1ffaa Seensa :- Baga nagaan dhuftan! guyyaa hardhaa mata duree haaraa qabannee kan dhiyaanne yoo ta'u, mata dureen Afuurawaa kunis « Ak…

Cuuphaa Gooftaa keenya Qoricha keenya Iyyesuus Kiristoos

Cuuphaa Gooftaa keenya Qoricha keenya Iyyesuus Kiristoos Ibsa suuraa :- Kabaja Ayyaana Cuuphaa Gooftaa keenya Qoricha keenya Iyyesuus Kiristoos kutaalee biyya keenya Itoophiyaa garaatti Cuuphaa ykn « ጥምቀት » jecha Gir…

Load More That is All