Subscribe To Our YouTube Channel

Showing posts with the label Holy ChurchShow all
Dabra Zayit | Torbee Shanaffaa Tsoomii Guddaa Gooftaa keenya Qoricha keenya Iyyesuus Kiristoos Tulluu Ejersaa

Torbee Shanaffaa Tsoomii Guddaa Gooftaa keenya Iyyesuus Kiristoos Dabra Zayit ykn Tulluu Ejersaa Darba Zayit ykn Tulluun Ejersaa Tulluu ykn bosona muka Ejersaatiin guutame jechuudha. «ደብር» jechuun jecha Gi'iziiti …

Boqonnaa Abbaa keenya Abuna Gabra Manfas Qiddus

Boqonnaa Abbaa keenya Abuna Gabra Manfas Qiddus (Aabboo) Bitootessa 5 Guyyaa Abbaa Gabra Manfas Qidduus itti boqotaniidha. Abbaan keenya Abuna Gabra Manfas Qidduus biyya Gibxii iddoo Nihiisa jedhamutti abbaa isaanii S…

Dhaloota Gooftaa keenya Qoricha keenya Iyyesuus Kiristoos | Kutaa 2ffaa

Dhaloota Gooftaa keenya Qoricha keenya Iyyesuus Kiristoos  Kutaa 2ffaa Hub :- gara kutaa kanaatti osoo hin darbiin dura kutaa 1ffaa yeroo darbe marsariitii keenya irratti maxxanfame link kana tuquun dubbisaa! erga dubbistanii xu…

Dhaloota Gooftaa keenya Qoricha keenya Iyyesuus Kiristoos | Kutaa 1ffaa

Dhaloota Gooftaa keenya Qoricha keenya Iyyesuus Kiristoos  Kutaa 1ffaa Barreeffama dheeraa kana keessatti waa'ee dhaloota Gooftaa keenya qoricha keenya Iyyesuus Kiristoos kutaalee lamaan qoodnee kan ilaallu ta'a, isinis k…

Tsoomii Raajotaa fi Subaa'eewwan Dhaloota Gooftaa keenya Qoricha keenya Iyyesuus Kiristoosiif galaman

Tsoomii Raajotaa  Tsoomiin Raajotaa kun kan inni lagatamu Sadaasa 15 hanga Muddee 29tti. Sababni inni lagatamuuf immoo wantoota gurguddaa 5niif. 1. Tsoomii Addaam Tsoomii Addaam jedhamee lagatama. Laguu Addaam sababni…

Guyyaa itti Uummanni Israa'eel Gabrummaa Gibtsii jalaa itti Ba'e | Raajicha Musee fi Hangafa Ergamootaa Qulqulluu Mikaa'eel

Guyyaa itti Isiraa'eeloonni biyya Gibxiitii itti Ba'aan Sadaasni kudha lama kan kabajamuuf, guyyaa itti Hangafni Ergamootaa Qulqulluun Mikaa'eel ijoollee Israa'eel dura bu'uudhaan Gibxii keessaa i…

Ayyaana Damaraa fi Fannoo : Seenaa fi Akkaataa Kabaja Isaanii

Ayyaana Damaraa fi Fannoo Seenaa isaa fi Akkaataa Kabaja Isaa Fulbaanni 16 Ayyaana Damaraa Maaliif jedhame? Ayyaana Masqalaa (fannoo) jedhamee maaliif kabajamaa? Akka Mana Kiristaanaa Ortodoksii Tawaahidootti Fulbaann…

Load More That is All