Subscribe To Our YouTube Channel

Showing posts with the label CourseShow all
Dabra Zayit | Torbee Shanaffaa Tsoomii Guddaa Gooftaa keenya Qoricha keenya Iyyesuus Kiristoos Tulluu Ejersaa

Torbee Shanaffaa Tsoomii Guddaa Gooftaa keenya Iyyesuus Kiristoos Dabra Zayit ykn Tulluu Ejersaa Darba Zayit ykn Tulluun Ejersaa Tulluu ykn bosona muka Ejersaatiin guutame jechuudha. «ደብር» jechuun jecha Gi'iziiti …

Sirna Uumamaa | Kutaa 5ffaa

Sirna Uumamaa Kutaa 5ffaa  Uumama Guyyaa Jahaffaa (Jimaataa) « Ammas Waaqayyo lafti waan lubbuu qabaattee jiraattu   akka qomoo qomoo isaatti, horii qe'ee wanta munyuuqu bineensa lafaas akka qomoo qomoo isaatti ha…

Sirna Uumamaa | Kutaa 4ffaa :- Uumamtoota Guyyaa Roobii

Sirna Uumamaa Kutaa 4ffaa Seensa :- akkuma beekamu koorsii kana erga eegallee har'a kutaa 3ffaa irra geenyeerra, kutaalee darban lamaan keessattis waa'ee walii galaa Sirna Uumamaa, waa'ee uumamtoota guyyaa jalqabaa il…

Qo'annaa Kitaaba Qulqulluu jechuun | Kutaa  2ffaa

Qo'annaa Kitaaba Qulqulluu Kutaa 2ffaa Hub :- gara kutaa kanaatti osoo hin darbiin dursa Kutaa 1ffaa yeroo darbe website keenya irratti gadhiifame dubbisaa! Faayidaa Kitaaba Qulqulluu Faayidaan Kitaaba Qulqulluu …

Qo'annaa Kitaaba Qulqulluu | Kutaa 1ffaa | Koorsii Afuurawaa Mana Kiristaanaa Ortodoksii Tawaahidoo Itoophiyaa Afaan Oromootiin

Qo'annaa Kitaaba Qulqulluu Kutaa 1ffaa Baga nagaadhaan gara website keenyatti dhuftan! Har'a akka fedha Waaqayyootti Koorsii Afuurawaa Mana Kiristaanaa Ortodoksii Tawaahidoo Itoophiyaa «Qo'annaa Kitaaba Qulqulluu» jed…

Sirna Uumama | Kutaa 3ffaa

Sirna Uumamaa Kutaa 3ffaa Seensa :- akkuma beekamu koorsii kana erga eegallee har'a kutaa 3ffaa irra geenyeerra, kutaalee darban lamaan keessattis waa'ee walii galaa Sirna Uumamaa, waa'ee uumamtoota guyyaa jalqabaa il…

Sirna Uumamaa | Kutaa 2ffaa : Uumamtoota Guyyaa Dilbataa

Sirna Uumamaa Kutaa 2ffaa Hubachiisa :- kutaa kanaatti osoo hin darbiin dura kutaa yeroo darbe ilaalle Sirna Uumamaa kutaa 1ffaa dubbisaa! Sirna Uumamaa Kutaa 2ffaa Uumamtoota Guyyaa Jalqabaa (Dilbataa) « Waaqayyo ja…

Load More That is All