Subscribe To Our YouTube Channel

Showing posts with the label Holy BooksShow all
Qo'annaa Kitaaba Qulqulluu | Kutaa 1ffaa :- Hiika Kitaaba Qulqulluu fi Maalif Kitaaba Qulqulluu jedhame?

Qo'annaa Kitaaba Qulqulluu  Kutaa 1ffaa Hiika Kitaaba Qulqulluu Seensa :- Koorsii Afuurawaa Mana Kiristaanaa Ortodoksii Tawaahidoo «Qo'annaa Kitaaba Qulqulluu» jedhu kana har'a irraa jalqabee kan isiniif d…

Ayyaana Hoosaa'inaa - Torbee Saddeettaffaa Tsoomii Guddaa Gooftaa keenya Iyyesuus Kiristoos

Hoosaa'inaa - Torbee Saddeetaffaa Tsoomii Guddaa Gooftaa keenya Iyyesuus Kiristoos  Akka moggaasa Qulqulluu Yaareditti Sanbatni Tsoomii guddichaa inni xumuraa ykn saddeetaffaan kun Hoosaa’inaa jedhama. Hoosaa’ina…

Qulqulluu Luqaas Wangeelaawwii - Seenaa, Qabsuura, Wareegamummaa, Wangeela Luqaas fi Hojii Duuka Bu'ootaa | Ortodoksii Tawaahidoo

Qulqulluu Luqaas Wangeelaawwii Qulqulluun Luqaas eenyudha? Barreeffama kana keessatti qabiyyeewwan gurguddoo sadi ni ilaalla, isaanis; 1. Qulqulluu Luqaas 2. Wangeela Luqaas fi 3. Hojii Duuka Bu'ootaa Ibsa suuraa:…

Niqoodimoos - Torbee Torbaffaa Tsoomii Guddaa Gooftaa keenya Iyyesuus Kiristoos | Ortodoksii Tawaahidoo

Torbee Torbaffaa Tsoomii Guddaa : Niqoodimoos   Torbeen torbaffaan Tsoomii Guddaa Gooftaa keenya Qoricha keenya Iyyesuus Kiristoos Niqoodimoos jedhamuun beekama. Akka barsiisa Mana Kiristaanaa keenyaatti torbaanonni l…

Gabriheer Torbee Jahaffaa Tsoomii Guddaa Gooftaa keenya Qoricha keenya Iyyesuus Kiristoos | Ortodoksii Tawaahidoo

Gabriheer (Tajaajilaa Amanamaa) Torbee Jahaffaa Tsoomii Guddaa  Torbee Jahaffaan Tsoomii Guddaa Gooftaa keenya Qoricha keenya Iyyesuus Kiristoos Gabriheer ykn Tajaajila Amanamaa jedhamuun waamama. Yeroo kanattis Gooftaan keenya w…

Ayyaana Damaraa fi Fannoo : Seenaa fi Akkaataa Kabaja Isaanii

Ayyaana Damaraa fi Fannoo Seenaa isaa fi Akkaataa Kabaja Isaa Fulbaanni 16 Ayyaana Damaraa Maaliif jedhame? Ayyaana Masqalaa (fannoo) jedhamee maaliif kabajamaa? Akka Mana Kiristaanaa Ortodoksii Tawaahidootti Fulbaann…

Hangafa Ergamootaa Qulqulluu Rufaa'eel fi Xoobiit

Hangafni Ergamootaa Qulqulluun Rufaa'eel guyyaa itti Xoobiit gargaare Qaammee 3 Guyyaa Banamuu Ija Xoobiit Xoobit kan jedhamu kun qomoo Niftaalem keessaa kan dhalateedha. Haatii manaa isaa Haannaa mucaan isaa immo…

Load More That is All