Subscribe To Our YouTube Channel

Showing posts with the label SaintsShow all
Boqonnaa Abbaa keenya Abuna Gabra Manfas Qiddus

Boqonnaa Abbaa keenya Abuna Gabra Manfas Qiddus (Aabboo) Bitootessa 5 Guyyaa Abbaa Gabra Manfas Qidduus itti boqotaniidha. Abbaan keenya Abuna Gabra Manfas Qidduus biyya Gibxii iddoo Nihiisa jedhamutti abbaa isaanii S…

Boqonnaa Haadha keenya Qulqulleettii Dubroo Maariyaam | Kutaa 3ffaa

Boqonnaa Haadha keenya Qulqulleettii Dubroo Maariyaam Kutaa 3ffaa Hub :- kutaa 1ffaa fi 2ffaa osoo hin dubbisiin gara kutaa kanaatti hin darbiinaa! Waa'ee Godaansa Haadha keenya Qulqulleettii Dubroo Maariyaam  E…

Boqonnaa haadha keenya Qulqulleettii Dubroo Maariyaam | Kutaa 2ffaa

Boqonnaa haadha keenya Qulqulleettii Dubroo Maariyaam Kutaa 2ffaa Hub :- gara kutaa kanaatti osoo hin darbiin dura kutaa 1ffaa dubbisaa! Waa'ee Haadha keenya Qulqulleettii Dubroo Maariyaam Dubbii Raajotaa  Raajii…

Boqonnaa Haadha keenya Qulqulleettii Dubroo Maariyaam | Kutaa 1ffaa

Boqonnaa haadha keenya Qulqulleettii Dubroo Maariyaam  Kutaa 1ffaa Seenaan haadha keenya Qulqulleettii Dubroo Maariyaam gabaabinaan Kitaaba « Negere Mariyam » ykn « Dubbii Maariyaam » jedhu irratti barreeffamee argama…

Araarsummaa Qulqullootaa | Kutaa 2ffaa : Araarsummaa Qulqullootaa yeroo Fooniin Addunyaa kana irra jiran

Araarsummaa Qulqullootaa Kutaa 2ffaa Seensa :- maatiiwwan Waaqayyoo ijoolleen haadha keenya Qulqulleettii Dubroo Maariyaam nagaa Waaqayyootiin akkam jirtu? Ameen maqaan Waaqayyoo kan galatoome haa ta'u! egaa koorsii Araarsumm…

Tsiyoon Maariyaam, Akkaataa dhufaatii Taabota Tsiyoon fi Kabaja Ayyaana Yaadannoo Tsiyoon

Tsiyoon Maariyaam Akka Mana Kiristaanaa keenya Qulqulleettii Ortodoksii Tawaahidoo Itoophiyaatti waggaa waggaadhaan Sadaasa gaafa guyyaa 21 ayyaanni guddaan kabajamu jira kunis «Tsiyoon Maariyaam» jedhamuun kan waamamudha. Guyyaa…

Araarsummaa Qulqullootaa | Kutaa 1ffaa

Araarsummaa Qulqullootaa Kutaa 1ffaa Qulqulluun eenyu? Mana Kiristaanaa Ortodooksii Tawaahidoo keessatti kan bu'uura ta'aan keessaa tokko araarsummaa qulqullootaatti amanuu dha. Qulqulloota kan jennu ammoo Waa…

Load More That is All